Besaye Morkata
is looking for answer about : Dhabbanni ethiotelecom kun dhaabbata guddaadha. Sadarkaa Magaala Bulchiinsa Aanaaleetti dhiyeessii maaliif hin dhiyeessine? Fkn Wi-fi. Nuuti gaafannaan, hin eeyyamamuu jedhu. Sababni hin eeyyamamneef maali?