tele Badges

- Gaaffiin kun Afaan Oromootiin irraa nuuf haa deebi'amuuGaaffiin kun Afaan Oromootiin irraa nuuf haa deebi'amuuቴሌፎረም የጥያቄና መልስ ውድድር!!🎉🏆 ቴሌፎረም የጥያቄና መልስ ውድድር!! የመጀመሪያ ዙር ጥያቄ! ❔የኢትዮ ቴሌኮም ዝቅተኛው የሞባይል ጥቅል መሸጫ ዋጋ ስንት ነው ✍ መልስዎን ቴሌፎረም https://teleforum.ethiotelecom.et ላይ ብቻ ያስቀምጡ! ቤተሰብ ይሁኑ፤ ይመልሱ፤ ይሸለሙ!! ℹ ሁለተኛው ዙር ነገ በተመሳሳይ ሰዓት ይቀጥላል! ደንብና ሁኔታዎች ተፈጻሚነት አላቸው! #teleForum#Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia
Read More
- Akkam naga keessani?Dhaabbata #Ethiotelecom kun Dhaabbata Lammii itoopihyaa hundaa dhaabbata ta'eedha. Isaan keessaa ummanni oromoo isa tokkoodha.Garuu dhaabbanni kun miidiyaa Hawaasaa kan isaa hunda irratti maxxansa afaan oromootiin hin maxxansu. Maali saba oromoottu qubee ofii hin qabne moo? Hojjataa saba kanaa kan afaan Oromoo barreessee hin dandeenye hin qabne? Moo Saba oromootti Ethio telecom irraa fayyadamaa hin jirre? Gaaffiin koo deebii haa argatuu.Akkam naga keessani?Dhaabbata #Ethiotelecom kun Dhaabbata Lammii itoopihyaa hundaa dhaabbata ta'eedha. Isaan keessaa ummanni oromoo isa tokkoodha.Garuu dhaabbanni kun miidiyaa Hawaasaa kan isaa hunda irratti maxxansa afaan oromootiin hin maxxansu. Maali saba oromoottu qubee ofii hin qabne moo? Hojjataa saba kanaa kan afaan Oromoo barreessee hin dandeenye hin qabne? Moo Saba oromootti Ethio telecom irraa fayyadamaa hin jirre? Gaaffiin koo deebii haa argatuu.
- Afaan Oromootiin nuuf haa maxxanfamuuAfaanAkkam naga keessani?Dhaabbata #Ethiotelecom kun Dhaabbata Lammii itoopihyaa hundaa dhaabbata ta'eedha. Isaan keessaa ummanni oromoo isa tokkoodha.Garuu dhaabbanni kun miidiyaa Hawaasaa kan isaa hunda irratti maxxansa afaan oromootiin hin maxxansu. Maali saba oromoottu qubee ofii hin qabne moo? Hojjataa saba kanaa kan afaan Oromoo barreessee hin dandeenye hin qabne? Moo Saba oromootti Ethio...
Read More
More Stories
© 2025 teleforum