• ኢትዮጲያ ካሏት ሴት አመራሮች መካከል የኢትዮ ቴሌኮም ዋና ስራ አስፈፃሚ ወ/ሪት ፍሬህይወት ታምሩ ለኢትዮጲያ በቴክኖሎጂዉ ዘርፍ ትልቅ አስተዋፅኦ በማድረግ ላይ ትገኛለች።

    #ዲጂታልኢትዮጲያ
    ጀግናችን በርች!

    Among the women leaders that Ethiopia has, the CEO of Ethio Telecom, Mrs. Frehiwot Tamru, is making a great contribution to Ethiopia in the technology sector.

    #DigitalEthiopia
    Be strong our hero!
    ኢትዮጲያ ካሏት ሴት አመራሮች መካከል የኢትዮ ቴሌኮም ዋና ስራ አስፈፃሚ ወ/ሪት ፍሬህይወት ታምሩ ለኢትዮጲያ በቴክኖሎጂዉ ዘርፍ ትልቅ አስተዋፅኦ በማድረግ ላይ ትገኛለች። #ዲጂታልኢትዮጲያ ጀግናችን በርች! Among the women leaders that Ethiopia has, the CEO of Ethio Telecom, Mrs. Frehiwot Tamru, is making a great contribution to Ethiopia in the technology sector. #DigitalEthiopia Be strong our hero!
    0 Answers 0 Shares
  • Gufadhee yoon kufe
    Khan na khaasu suma
    Tolli siin jalqabee
    Sumarratti dhuma
    Khophaa khiyya tahee
    Sin if biratti arka
    Akkan lafan dhooyne
    Sii na qaba harka
    Duris siinin jira
    Ammas an sumaani
    Borus an kheetumaa
    Akkuma Duraanii
    Booddeen khoo hallayyaa
    Ati na dhiifnaanii
    Qalbiin too xurooytee
    Rahmaan na wal'aani

    Source: @MuNaJiYa
    Gufadhee yoon kufe Khan na khaasu suma Tolli siin jalqabee Sumarratti dhuma Khophaa khiyya tahee Sin if biratti arka Akkan lafan dhooyne Sii na qaba harka Duris siinin jira Ammas an sumaani Borus an kheetumaa Akkuma Duraanii Booddeen khoo hallayyaa Ati na dhiifnaanii Qalbiin too xurooytee Rahmaan na wal'aani Source: @MuNaJiYa
    0 Answers 0 Shares
  • for your accidental financial problem, which company can give loan for you problem solution?
    A. Tele birr
    B. CBE
    C. buna bank
    D. Sinke bank
    E. Global bank of Ethiopia
    for your accidental financial problem, which company can give loan for you problem solution? A. Tele birr B. CBE C. buna bank D. Sinke bank E. Global bank of Ethiopia
    3 Answers 0 Shares
  • Carra gaaffii deebisuu comment meeqaa barbachisaa
    Carra gaaffii deebisuu comment meeqaa barbachisaa
    0 Answers 0 Shares
  • Daddabarsa maallaqaa irratti telebirr maaliif qarshii hedduu commission murata? Fkn Yoo qarshii 100 gara baankii barbaadetti telebirr ergite qarshii 11 murata. Kun hin baay'anne?
    Daddabarsa maallaqaa irratti telebirr maaliif qarshii hedduu commission murata? Fkn Yoo qarshii 100 gara baankii barbaadetti telebirr ergite qarshii 11 murata. Kun hin baay'anne?
    2 Answers 0 Shares
  • Zemen gebeyan bakka bu'umma kan fudhatan qofaaf fayyada?
    Zemen gebeyan bakka bu'umma kan fudhatan qofaaf fayyada?
    0 Answers 0 Shares
  • Can I buy a good from zemen gebeya by a credit
    Can I buy a good from zemen gebeya by a credit
    Like
    Yay
    2
    1 Answers 0 Shares
  • Akkam naga keessani?Dhaabbata #Ethiotelecom kun Dhaabbata Lammii itoopihyaa hundaa dhaabbata ta'eedha. Isaan keessaa ummanni oromoo isa tokkoodha.Garuu dhaabbanni kun miidiyaa Hawaasaa kan isaa hunda irratti maxxansa afaan oromootiin hin maxxansu. Maali saba oromoottu qubee ofii hin qabne moo? Hojjataa saba kanaa kan afaan Oromoo barreessee hin dandeenye hin qabne? Moo Saba oromootti Ethio telecom irraa fayyadamaa hin jirre? Gaaffiin koo deebii haa argatuu.
    Akkam naga keessani?Dhaabbata #Ethiotelecom kun Dhaabbata Lammii itoopihyaa hundaa dhaabbata ta'eedha. Isaan keessaa ummanni oromoo isa tokkoodha.Garuu dhaabbanni kun miidiyaa Hawaasaa kan isaa hunda irratti maxxansa afaan oromootiin hin maxxansu. Maali saba oromoottu qubee ofii hin qabne moo? Hojjataa saba kanaa kan afaan Oromoo barreessee hin dandeenye hin qabne? Moo Saba oromootti Ethio telecom irraa fayyadamaa hin jirre? Gaaffiin koo deebii haa argatuu.
    Like
    Yay
    2
    0 Answers 0 Shares
  • Rakkoon "Ethio Telecom" keessa jiruu dhabbata Federaala hunda keessa kan jiruudha. Fkn Mana Murtii Federaala, waliigala Federaala akkasummas m/Murtii Aanaa magaala Finfinnee hunda keessatti harki 50 ol saba amaaratti.baankii hunda illee akkasumma.maddi rakkoo kana immoo afaan saba bal'a afaan hojii ta'uu dhiisudha.Rakkoo afaani kana hiikuuf immoo kallatti hundan sagalee dhageessisuun dirqamaa.maaliif afaan saba bal'aa afaan hojii Federaala yoo ta'ee rakkoon kun furmaata argata.
    Rakkoon "Ethio Telecom" keessa jiruu dhabbata Federaala hunda keessa kan jiruudha. Fkn Mana Murtii Federaala, waliigala Federaala akkasummas m/Murtii Aanaa magaala Finfinnee hunda keessatti harki 50 ol saba amaaratti.baankii hunda illee akkasumma.maddi rakkoo kana immoo afaan saba bal'a afaan hojii ta'uu dhiisudha.Rakkoo afaani kana hiikuuf immoo kallatti hundan sagalee dhageessisuun dirqamaa.maaliif afaan saba bal'aa afaan hojii Federaala yoo ta'ee rakkoon kun furmaata argata.
    0 Answers 0 Shares
  • #Money
    Why did the ATM break up with the credit card?
    It found a better interest!
    #Money Why did the ATM break up with the credit card? It found a better interest!
    1 Answers 0 Shares
More Results