• Yaada Dabalataa
    Magaalota Aanaa tokko tokko keessatti Networkiin 2G malee hin hojjetu inniyuu rakkoo baay'eedhaan.Kun immoo EthioCoders akka hin baranneefi gabaabumatti waan baay'ee irratti akka yeroon hin hirmaanne nu taasisaa jira.Yoo danda'ame magaalota Aanaa 4G osoo taasistanii fooyyee qaba jedheen yaada.

    Read More

    0 Answers 0 Shares