• #isinis carraa keessan yaala
    #Yeroo gabaabduutu hafe
    #isinis carraa keessan yaala #Yeroo gabaabduutu hafe
    0 Answers 1 Shares
  • Telecom ganda irraa gara gabaa addunyaa
    Itoophiyaan dargaggoota hojii dhabeeyyii baratan miliyoonaan lakkaa'aman qabdi. Yeroo ammaa aangoo kun biyya alaa osoo hin ba’iin ykn karaa digital marketing, freelancing fi kanneen biroo internationalization adda addaatiin qacaramuu danda’a.
    Telecom ganda irraa gara gabaa addunyaa 🤴 Itoophiyaan dargaggoota hojii dhabeeyyii baratan miliyoonaan lakkaa'aman qabdi. Yeroo ammaa aangoo kun biyya alaa osoo hin ba’iin ykn karaa digital marketing, freelancing fi kanneen biroo internationalization adda addaatiin qacaramuu danda’a.
    2 Answers 0 Shares
  • Telebirr - Afaan Oromoo, [4/2023, 21:17]
    [Photo]
    Congratulation

    Chaanaaliiin Itiyoo telekoom kan afaan oromoo hordoftoota 60,000 ol argachuu hordofee, namoota torbee kana kessaatti chaanalii armaan gadiitif miseensa ta'aanif kennaa addaa qopheessineera.

    Yeroo qilleensaa kan ji'aa daqiiqaa 500 fi
    Kuufama intarneetii kan ji'aa 2GB

    Request to join kan jedhu tuquudhaan badhaafamaa.

    join => Ethiotelecom

    Telebirr - Afaan Oromoo, [25/08/2023, 21:32]
    [Photo]
    Tajaajiloota telebirrii ilaalchisuun giddu-**** tajaajila maamiltootaa keenya irraa odeeffannoo ykn gargaarsa yoo barbaaddan karaalee filannoowwan dijitaalawaatiin sa’aatii 24 isin tajaajiluuf qophiidha!

    - Karaa ergaa barreeffama gabaabaa 126
    - Karaa E-meeyilii telebirr@ethionet.et
    - Karaa marsariitii waliin dubbii kallattii https://telebirrwebchat.et

    Join | Telebirr - Afaan Oromoo
    Invite | Telebirr - bot
    Telebirr - Afaan Oromoo, [4/2023, 21:17] [Photo] 🎊 Congratulation Chaanaaliiin Itiyoo telekoom kan afaan oromoo hordoftoota 60,000 ol argachuu hordofee, namoota torbee kana kessaatti chaanalii armaan gadiitif miseensa ta'aanif kennaa addaa qopheessineera. 🎁 Yeroo qilleensaa kan ji'aa daqiiqaa 500 fi 🎁 Kuufama intarneetii kan ji'aa 2GB Request to join kan jedhu tuquudhaan badhaafamaa. join => Ethiotelecom Telebirr - Afaan Oromoo, [25/08/2023, 21:32] [Photo] Tajaajiloota telebirrii ilaalchisuun giddu-gala tajaajila maamiltootaa keenya irraa odeeffannoo ykn gargaarsa yoo barbaaddan karaalee filannoowwan dijitaalawaatiin sa’aatii 24 isin tajaajiluuf qophiidha! - Karaa ergaa barreeffama gabaabaa 👉 126 - Karaa E-meeyilii 👉 telebirr@ethionet.et - Karaa marsariitii waliin dubbii kallattii 👉 https://telebirrwebchat.et Join | Telebirr - Afaan Oromoo Invite | Telebirr - bot
    Like
    2
    3 Answers 0 Shares